Psalms 47:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi hayyu lafa ch'ufaati; faaru d'aad'a, isaa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ardii maraafuu mootii waan ta'eef hubanna'aan faarfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi mootii lafa duudi'ii waan te'eef, faaru'uun isa leellisa'a.