Psalms 47:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gosa ch'ufa mohatu gumi Waaqa Abrahamutini wolti baha. Inni duula lafa ch'ufa ira jaba, inni waan ch'ufa fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Waaqa Abrahaamii woliin; bulchoonni bani'ii wolitti qabaman; mootonni biyya lafaa waan ka Rabbii ta'aniif Inni ka guddisee kabajjame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti gosa biyya adda addaa kolbaa Waaqa Abrahaamii woliin wolitti qabamaneeran; loltooti lafaa marti ka Waaqaa waan te'aneef, inni guddoo saadameera.