Psalms 48:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gudda, dira Waaqa keenna keesa, gaara isaa qulqullo gubbati, isa guddo faarsu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gudda'a; qachaa Waaqa keennaatitti; gaara woyyuu irratti; galata gudda'atu ta'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gudda'a; qachaa Waaqa keennaa keessatti gaara woyyicha irratti guddoo leellifamuu qaba.