Psalms 48:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fulla ch'ufati si faarsa, gurri kankeleeni fulla ch'ufa gaha. Atini d'ugaani nama fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! galanni kee akkuma maqaa keetii; haga daangaa lafaa dhaqa; harki kee ka mirgaallee ka balchumma'aan guuttame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, akkuma maqaan keeti lafa duudii geye, leellisi keetille lafa duudii geyee, harki keeti middichi balchumma'aan guutameera.