Psalms 48:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi Waaqaa dira Sionitini mara, doofi isa heda;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya Tsiyoonii deddeebi'aa'a; naannaya isi'ii irra deemaa'a; worra gamoo isi'ii eegan laakkayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Xiyoonii naannowaa ideemaa, adaala isaa mara'a. Xelleephoo isaa laakkowa'a.