Psalms 48:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
naabo isa aka dansa laala, maneeni isa jajabdule ch'ufa hubad'a, aka isani d'aloota taka tanale dubbi tana iti himtani:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaloota dhufuuf akka dabarsuu dandeettan, dallaya isi'ii ka dhaga'aa jabaa san hubadha'aa laalaa'a; kushee isi'iillee argaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleya dhaka'aa ka isaa hubadha'a; kushee isaalle ilaala'a. Akka dhaloota dhufuun,