Psalms 48:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari Waaqaa Sionini d'eera mid'aaga. Dira hayyu guddaa suniti lafa ch'ufa gammadaani iti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gammachuu ardii maraa ta'e; gara kaabaatiin ka fago'otti mudhatu; ka gubba'atti bareedee mudhatu gaarri Tsiyoonii qachaa guddoo Gooftaa keennaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaarri Xiyoonii ka gara kaabaatitti dhaggamu, ka dheerinnaan miidhagu, qachaa mooticha gudda'aa, ka lafa duudii gammachiisu.