Psalms 48:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fulla jabdu dira suni keesa seenu, ka Waaqati d'eetu, tokoleeni nyaapa ufii insodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi galma isi'ii keessa ta'ee, akka kushee jabaa isi'ii ta'e mudhiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi mana mootumma'aa jabaa qachaa sanii keessa jira; inni kushee qachaa sanii akka te'e ifi mudhiseera.