Psalms 48:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, Mana kanke keesati nu jaalala tante ta ind'umanne herenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! mana woyyuu kee keessa taanee; jaalala kee ka bara baraa yaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, Galma keeti keessatti, jaalala keeti ka bara baraa yaadanna.