Psalms 49:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama lafa tana keesa jiru ch'ufa! Dubbi tana d'agaya!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniin maruu kana dhagayaa'a! worri ardii irra jiraattan maruu kana caqasaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti tana dhage'a'a! Worri biyya lafaa tana keessa leetanu marti caqasa'a!