Psalms 49:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaali worraa haga jiru jireenna worruma isaanii taha. Haguma jiru worri achuma taha, ato duri lafa ufii qabatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo lafti baay'een maqaa isaaniitiin jiraatellee awwaalli mana jireenna isaaniiti; dhalootaa haga dhalootaatittillee hulee jireenna isaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa maqaa isaaniitiin waammantu yoo qabaatanelle, irreensi isaanii haga bara baraa mana isaanii hin te'a; dhalootaa haga dhalootaatitti addee leetoo isaanii hin te'a.