Psalms 49:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri suni akuma hori hobaa, tissituuni worraaleeni duisa. Nami d'ugaa worra dabsate, ka reefi worraa boola ekheraa, ta worra isaani ira fagooti shamuu jiru!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma hoolotaa asaabaaf ramadaman; duuti tissee isaanii ta'a; qajeellonni ganamaan isaan bulchan; nafti isaanii mana isaanii ka ulfinnaatii fagaatee; asaaba keessatti diiggama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun akkuma hoole'ee hin du'an; duuti isaan hin tissiti. Worri qajeelaan ganamaan irreensa isaanii irra hin ideema; isaan mana ifii dansaa irraa fagaatanee, addee worri du'e jiru keessatti hin shaman.