Psalms 49:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi boola dua keesaa na fuud'e, na baase, ufiti na deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu waan na simatuuf; lubbuu tiyya asaaba keessaa fura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi gara ifii waan na fudhatuuf, dhugumaan inni lubbuu tiyya hunna addee worri du'e jiruu jalaa hin woda.