Psalms 49:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami woi horate, horiini isaa lafa iraa dabre, waan isaa heredde ufi ingaargalchini;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yoo duroome; qabeenni isaallee guddata'aa yoo deeme hin sodaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yennaa dureessa te'e, qabeenni mana isaa yennaa dabalame, hin sodaatin.