Psalms 49:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo woi herega, dubbuma qaro ch'alla dubbad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arrabni kiyya ogumma'aan dubbata; yaanni garaa kiyyaa hubannoo namaa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan kiyya jechoota qarumma'aa dubbata; yaad gadhaa kiyyaa hubantii kenna.