Psalms 49:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mammaasa ch'aqase, ato kiraari d'au, waan isaa ch'ufa hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gurra kiyya gara mammaakaa qabadha; hibboo kiyyallee kiraara sagalee guddaa dhageessisuun hiika.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gurra kiyya gara fakkeennaa deebifadha; hiibboo tiyya kiraaraan hiika.