Psalms 49:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja lafti gaargala qabdu, ka nyaapi na marse, anini insodaad'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dharti sobdootaa na marsite; guyyaa hammeennaa maaf sodaadha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa wonni hantuun natti dhuttuu fi hamaaleyyiin sobaaleyyiin na marsanu ani maaf sodaadha?