Psalms 49:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi gatini namaa guddo. wonti inni baasu dandau,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni bara baraan akka jiraatu; akka du'ee hin shamne sirima gatiin lubbu'uu waan guddaa ta'eef gatiin gayaan argamu'uufii hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gatiin lubbuu namaa akka malee guddo'o; wonni silaa kaffaluu dande'anuuyyuu ijjumaa hin geettu.