Psalms 5:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, worra wollaala iti muri fafeesi, ha malumaani worraa worra balleesuti, maro worri siti ch'ubbame si dideefi, worra fuula kanke duraa gussi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! Isaanitti murteessi; mariin isaanii kufaatii isaanii haa ta'u; isaan waan sitti ka'aniif baay'inna hammeenna isaaniitiif isaan balleessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, yakkaa isaanii isaanitti muri; malli isaaniituu badii isaanitti fiduu ti. Isaan si irratti waan ka'aneef, sababa cubbuu isaanii heddu'uutiif, alatti isaan gati.