Psalms 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma nami siti d'eetu ch'ufti ingammada, guyya ch'ufa qilit'ameti sirba. Nama si jaalatu qorqorad'i, maro teetifi worri gammada qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri si abdatu maruu haa gammadanii; baraa haga bara baraa gammachu'uun haa faarfatanii; worri maqaa kee jaalatan akka sitti gammadaniif wontee isaanii ta'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gara keeti baqatu marti ammoo gammaduu ti; isaan haga bara baraa ilillisanuu ti. Worri maqaa keeti jaalatu marti si'itti gammadee akka firinxiixu isaan eegi.