Psalms 5:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama sii saalfatu atini ineebifta, ee AABBO Waaqa; jaalalti tante aka wonte woi worra ira d'owarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati balchoota hin eebbifta; gaachena keetiinillee akka wonte'eetitti isaan daadofta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati balchoota hin eebbitta; fedhii teeti dansa'aan akka wonte'ee isaan marsi.