Psalms 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro jaalala tante guddotifi anini dandae mana kanke seena; mana kanke qulqullo keesati si kad'ad'e si durati gajed'e sii saalfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu baay'inna araara keetiitiin gara mana keetii seena; si soda'aan gara mana woyyuu keetii sagada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo jaalala keeti ka bara baraatiin gara mana keetii seena; si sodaatiisalle'een gara Dunkaanii Woyyittii teetii garagalee hin sagada.