Psalms 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nyaapi kiyya ya heddate, kara kanke ka d'ugaati na qajeelchi, dandi tante naa diideesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! sababaa diintota tiyyaatiif karaa qajeelaa na masakki; karaa kee afoo kiyyatti naa qajeelchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, diinota bacaa waan qabuuf, balchummaa teetiin na sooressi; karaa keeti naaf qajeelchi.