Psalms 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nyaapi kiyya jed'u waan nami dandae d'ugeefatuuniti; afaani worraa waan balleesani ch'alla fed'ani. Worri kiyyiba ch'alla qaba, arabi worra d'ara ch'alla dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaaqa isaanii keessa dhugaan hin jiru; garaan isaanii gooruu badi'iiti; laagaan isaanii awwaala baname; arraba ufiitiin hin soban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya dhugaa hin dubbatanu; gadhaan isaanii badi'iin guutameera. Afaan isaanii akka boolla awwaalaa ta banantee ti; arraba ifiitiin maltee dubbatan.