Psalms 50:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani dubbate, lafa ch'ufa ilaborutiifi ila adule yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi jabaan hin dubbate; baya adu'uutii haga dhiya adu'uu ardii waame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, Waaqi waaqotaa hin dubbata; baya adu'uu irraa haga seensa adu'uutitti, nama lafa irraa mara hin waama.