Psalms 50:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Allaatiini ch'ufti tiyyuma, wonti lubbu qaba, ka lafa keesa jira, ch'ufti kiyyuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simbirroota gaarran irraa maraa hin beeka; horiin raasaa keessa jiru maruu kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani sinbirroota gaara irraa mara beeka; wonni diida keessa munyuuqu marti tiyya.