Psalms 50:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorioni isani Waaqaa baaftani ha galata isani isaa deebiftani ch'alla taatuti; waan imbaamnaafi jettani ch'ufa Waaqa gudda baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa galataa Rabbii ciincessi; Gooftaa waa maraa danda'uuf woreega kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciincaa galataa Waaqaaf dhikeessi; waadaa keeti Ol Aana'aaf muummessi.