Psalms 50:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi waan worra ch'ubbutiini jed'u, Isani maafi seera kiyya himtani? Isani maafi waan wold'aqisa kiyya dubbatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi cubbama'aan, «Maaf seera kiyya irraanfatta? waadaa kiyya afaan keetiin dubbachuu mirga qabdaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo nama hama'aan, «Waan ajaja kiyyaatuu maaf dubbatta? Gondooroo tiyya maaf maqaa dhootta?