Psalms 50:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galata deebisitiini sorio nani guddisani; aninileeni nama naa saalfatu ch'ufa imbaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ciincaa galataa naa dhiyeessu na kabajja; ka karaa ufii qajeelfatuu ani fayyummaa kiyya itti mudhisa.» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ciincaa galataa naaf dhikeessu na ulfeessa; nama karaa qajeelaa deemuuf, fayyisiisa kiyya itti mudhisa» jedha.