Psalms 50:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubbaani aka Waaqi d'ugaatifi aka nami dubbi namaa qoru isaa, odeesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ufumatti abbaa murti'ii waan ta'eef, Samiiwwan balchummaa isaa labsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi abbaa mura'aa waan te'eef, ol-gubbaan balchummaa isaa lalladdi.