Psalms 51:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, maro jaalala tante ta ind'umanneetiifi naa nahi, naasu tante guddo sunini ch'ubbu tiyya naraa balleesi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! haguma arjummaa keetiititti; naa araarami; akka baay'inna gara laafummaa keetiitiin cubbuu kiyya na irraa balleessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, sababa jaalala keeti ka bara baraatiif, na marari. Sababa gadhi-laafummaa teeti guddo'ootiif, yakkaa tiyya haxowii balleessi.