Psalms 51:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, garaa qulqullo naa kenni, lubbu hareeti sira gara ingalle na keesa kai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! Garaa qulqulluu naa uumi; hafuura qajeelaa ta'e na keessatti haarawoomsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, gadhaa qulluu naa dadi; ayyaana haareya hin jijjiiranne naa kenni.