Psalms 51:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gammada baafami kanke namaa kennu naa deebisi, garaa sii saalfatu naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammachuu fayyisuu kee keessaa argamu naa deebisi; Hafuura akka sii ajajamu na gargaaru naa kenni!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gammada fayyisiisa keeti irraa dhufu san, adde'etti naaf deebisi; akka si'iif ajajamu na qarqaar.