Psalms 51:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, d'iiga namaa ka anini duri jisse jette, na inijeesiini lubbu na baasi, duuba anini d'uga tante gammadaani biyyati odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi; Waaqa fayyinna kiyyaa! dhiiga jissuu irraa na oolchi; afaan kiyya waan balchummaa keetii ililfata'aa faarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, Waaqa fayyinna kiyyaa, yakkaa dhiiga dhangalaasee jalaa na baasi; arrabi kiyya marroo balchummaa teetii gammadaan ilillisa.