Psalms 51:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, sorioni tiyya garaa laana ka anini si gulaani deemu; atini garaa laana, ka ch'ubbu iraa deebiu, indiddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan Rabbi fudhatu yaada onnee laaftu'uuti; Yaa Rabbi! ati onnee laaftu'uu fi ta gad uf deebiftu hin tuffattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciincaan Waaqaaf dhikaattu yaada gad jedhe; ee Waaqa, ati yaada gad jedhee, cubbuu irraa deebi'u hin tuffattu.