Psalms 51:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma d'alad'e daba qaba, haguma duri garaa haad'a tiyya keesati uumame ch'ubbu qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa haati tiyya na ulfooftuu ani yakkama'a; hennaa dhaladhullee ani cubbama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan ani cubbu'uun dhaladhe; yennaa haati tiyya na ulfoottuu ani cubbicha.