Psalms 51:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini d'ugaafi qajeeluma nama ira feeta, taanafi qarooma kanke naa kenni, qalbi tiyya keesa kai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garaa namaatii dhugaa barbaadda; kanaafuu hulee dhokataa san keessattillee ogummaa guddaa na barsiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati keessa namaatitti dhugaa hin halchita; tanaaf, gadhaa kiyya ka dhossa'aa keessatti qarummaa na barsiisi.