Psalms 51:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daba kiyya naraa fuud'i, duuba inqulqullaa; na d'iqi duuba anini aka dansa qulqullae, addaad'e haama fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisoophi'iin natti facaasi; anillee hin qulqullaayaa na dhiqi; baradaa caalaa adii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baala hisoophiitiin fiffixiitii, cubbuu irraa na qulqulleessi; anille hin qulqullowa; na dhiqi; anille dhakaa roobaa caalaa hin addaadha.