Psalms 52:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee nama jaba, atini maafi jabeenna keetiini koorta? Jaalalti Waaqaa ta jiru jireennaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jabaa'a! ati maaf hamaa hojjachu'uun uf jajja? ati ka ija Rabbiitiin tuffatamte; attamitti hennaa maraa boonta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama hunnaamessa! Hantuu hujiisa keetiin maaf koorta? Jaalalli bara baraa ka Waaqaa haga bara baraa ti.