Psalms 52:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan dansa ira waan hamtu jaalatta, d'uga ira d'ara jaalatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mishaa caalaa hammeenna; dhugaa dubbachuu caalaa soba jaalatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan dansaa caalaa waan hantuu, dhugaa dubbii caalaa dhara jaalatta.