Psalms 52:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqi haga jiru jireenna si balleesa; inni si fuud'e, mana kanke keesaa si baase, si ijeese, lafa tana iraa si balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu baraa haga bara baraa si cabsa; si buta; mana kee keessaallee butee si baasa; lafa jiraattotaa irraallee si buqqisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo badii bara baraa sitti fidee, mana keeti keessaa butee si baasee, lafa worra jiraata'aa keessalle'ee si hin buqqisa.