Psalms 52:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me laala, nama Waaqati ind'eenne, ammo ka hori isaa gudda abdate, nama balleese, akasiini irre horate, irre ufii suni abdatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka Rabbiin irkoo hin godhanne; garuu ka baay'inna qabeenna ufiitiin boonu; ka hammeenna ufiitiin jabaate; namni sun kunooti!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama Waaqatti hin irkanne, ammoo bacinna karra ifiititti ka addatu, ka worra dhibii balleessiisatti jabaatu, kunoo ilaala'a!» hin jedhan.