Psalms 52:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini mukha ejersa, ka Mana Waaqa keesati bahu, fakaad'a; anini jaalala isaa ta ind'umanne haga jiru jireenna d'ugeefad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu mana Rabbii keessatti akka muka ejersaa ka laliseeti; baraa haga bara baraa jaalala Rabbii hedadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo mana Waaqaa keessatti, akka muka ejersaa oshoba; Jaalala Waaqaa ka bara baraatitti bara baraan itti addadha.