Psalms 52:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini naa tolchite ch'ufa anini galata sii deebisee, gumi tante durati dansuma tante odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! waan gooteef baraa haga bara baraa si galatoonfadha; maqaan kee waan mishaa ta'eef maqaa kee abdadha; woyyoota jiddu'utti si galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa, marroo waan ati hujjeetiif, ani bara baraan si leellifadha. Worra si dhugeeffatu duratti, maqaa keeti dansaa san addi'iin eegadha.