Psalms 53:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi gubbaa nama gadi ilaale, aka nami woi hubate isaa kad'atu lafa keesa jiru arguu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hubanna'aan jiraatu; ka Rabbiin soqu akka jiru laalu'uuf; Rabbi sami'ii ilmaan namaa laale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra qaroolee Waaqa barbaadu, yoo jiraatane dhaggiisaaf, Waaqi ol-gubbaa irraa, gara ilmaan namaa gad ilaala.