Psalms 53:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri ch'ufti yayu kara iraa gore, waan hamtu tolche. Worri keesa nami tokoleeni ka waan dansaa tolchu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu gara waan biraa gara galan; wolumaan balla'an; tokkollee ka waan mishaa godhu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo martinuu dudda itti galaneeran; martinuu wolumatti worra badaa te'aneeran; isaan keessaa ka waan dansaa huju hin jiru; tokkolle hin jiru.