Psalms 53:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri haga duri ira mudama, wonti akanatiifi, Waaqi lafe nyaapa gumi isaa infirfirsa. Waaqi ya worra dide, tanaafi worri Israeli aka taka inargini worra dabsate balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee wonti sodaachisu hin jirretti; achitti soda'aan liqimfaman; Rabbi lafee worra sitti duulee hin bittinneesse; Inni waan isaan tuffateef; ati isaan saalfachiifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee wonni sodaatanu hin jirretti, sodaatanee bararaqan. Waaqi lafee diina kolbaa ifii hin bittinneessa; Waaqi waan isaan jibbeef, isin kolbaan Waaqaa isaan hin qaanessitan.