Psalms 54:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, jabeenna keetiini na baasi, irre teetiini d'uga naa muri!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! maqaa keetiin na oolchi; hunna keetiin naa murteessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, maqaa keetiin na baasi; hunna teetiin dhugaa naaf muri.