Psalms 54:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kiyyibaani nati kae na had'uti jira; nami hamaani Waaqa insodaanne na ijeesu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaaphni waan natti ka'aniif; hammeeyyiin lubbuu tiyya barbaadaniiran; Rabbiin woyittuu hin laakkofne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti alagaan natti ka'an; worri nama sodaachisu, na ijjeesiisaaf barbaadan; isaan marroo Waaqaa hin yaadanu.