Psalms 54:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini gammadaani sorio sii baase, maro dansuma teetifi galata sii deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani fedha misha'aan ciincaa sii ciincessa; Yaa Rabbi waan mishaa ta'eef maqaa keetii galata dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani fedhuma tiyyaan ciincaa sii dhikeessa; Ee Mootii Waan Maraa, maqaan keeti dansaa waan te'eef, ani isa hin leellisa.